2 Saamuʼel 5:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis Filisxeemonni dhufanii Sulula* Refaayim+ keessa faffacaʼan. 2 Saamuʼel 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Boodas Filisxeemonni deebiʼanii dhufanii Sulula* Refaayim+ keessa faffacaʼan. 2 Saamuʼel 23:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dura buutota 30n keessaa sadan isaanii yeroo midhaan sassaabamutti gara Daawit isa holqa Adulaamitti+ argamutti gad buʼan; gareen* Filisxeemotaa tokkos Sulula* Refaayim+ keessa buufatee ture.
13 Dura buutota 30n keessaa sadan isaanii yeroo midhaan sassaabamutti gara Daawit isa holqa Adulaamitti+ argamutti gad buʼan; gareen* Filisxeemotaa tokkos Sulula* Refaayim+ keessa buufatee ture.