Keessa Deebii 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Harʼa namoota samii jalatti argaman warra waaʼee kee dhagaʼan hundumaa irratti sodaa buusuu nan jalqaba. Isaan sababii keessaniin ni jeeqamu, ni romʼus.’*+ Keessa Deebii 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+ Iyyaasuu 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis akkana isaaniin jette: “Yihowaan biyyattii akka isiniif kennuu+ fi sabichi akka isin sodaate+ ani beeka. Jiraattonni biyyattii hundis isiniin kan kaʼe abdii kutataniiru;+
25 Harʼa namoota samii jalatti argaman warra waaʼee kee dhagaʼan hundumaa irratti sodaa buusuu nan jalqaba. Isaan sababii keessaniin ni jeeqamu, ni romʼus.’*+
25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+
9 Achiis akkana isaaniin jette: “Yihowaan biyyattii akka isiniif kennuu+ fi sabichi akka isin sodaate+ ani beeka. Jiraattonni biyyattii hundis isiniin kan kaʼe abdii kutataniiru;+