LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 27:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Daawit namoota isaa wajjin Geeshurota,+ Girzootaa fi Amaaleqota+ weeraruuf achitti ol ni baʼa ture; sababiin isaas, saboonni kun naannoowwan Xelaam irraa jalqabee hanga Shuur,+ hanga biyya Gibxiitti argaman keessa jiraachaa turan. 9 Daawit biyyattii yommuu weeraru, dhiiras taʼe dubartii nama tokko illee lubbuudhaan hin hambisu ture;+ haa taʼu malee bushaayeewwan, loon, harroota, gaalotaa fi uffata fudhatee gara Akiishitti deebiʼa ture.

  • 1 Saamuʼel 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Daawit wanta Amaaleqonni fudhatan hundumaa harkaa ni buuse;+ haadhotii manaa isaa lamaanis ni deebifate.

  • 1 Saamuʼel 30:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, Daawit bushaayeewwanii fi loon hundumaa ni fudhate; namoonni isaas horii isaanii dura buusanii isaan ni oofan. Isaanis, “Kun boojuu Daawiti” jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi