LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 30:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Nutis kibba* Kereetotaa+ fi naannoo Yihudaa, akkasumas kibba* Kaaleb+ ni weerarre; Siqlaagiinis ibiddaan ni gubne.”

  • Sefaaniyaa 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Saba Kereetotaa warra galaana qarqara jiraataniif wayyoo!+

      Yihowaan isin balaaleffateera.

      Biyya Filisxeemotaa kan taate yaa Kanaʼaan ani sin balleessa,

      Kanaafuu, jiraattota kee keessaa tokko illee hin hafu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi