2 Saamuʼel 21:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Kana booda Goobitti Filisxeemotaa wajjin ammas waraanni ni jalqabame.+ Yeroo sanatti Sibekaay+ Hushaatichi, Saaf isa sanyii Refaayim+ taʼe ni ajjeese. 1 Seenaa Baraa 11:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Loltoonni jajjaboon humnoota waraanaa kanneen kana turan: Asaahel+ obboleessa Yoʼaab, Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+ 1 Seenaa Baraa 11:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Sibekaay+ Hushaaticha, Iilaay Ahohicha,
18 Kana booda Goobitti Filisxeemotaa wajjin ammas waraanni ni jalqabame.+ Yeroo sanatti Sibekaay+ Hushaatichi, Saaf isa sanyii Refaayim+ taʼe ni ajjeese.
26 Loltoonni jajjaboon humnoota waraanaa kanneen kana turan: Asaahel+ obboleessa Yoʼaab, Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+