LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.*

  • 1 Saamuʼel 17:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mukti eeboo isaa muka namni wayyaa dhaʼu wayyaa itti maru fakkaata ture;+ ulfaatinni sibiila eeboo isaa sheeqilii 600* ture; namni meeshaa waraanaa isaaf baatu tokkos isa dura deema ture.

  • 1 Saamuʼel 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti lubichi, “Goraadeen Goliyaad+ Filisxeemichaa ati Sulula* Eelaa+ keessatti ajjeeste sanaa uffataan maramee efuudicha+ duuba jira. As kan jiru isa qofa waan taʼeef, isa fudhachuu yoo barbaadde fudhadhu” isaan jedhe. Daawitis, “Kan akka isaa hin jiru. Isuma naa kenni” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi