-
1 Saamuʼel 7:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kana malees, magaalonni Filisxeemonni Israaʼelota irraa fudhatanii turan Israaʼelotaaf ni deebifaman; Israaʼelonni Eqroon irraa jalqabee hamma Gaatitti naannoo isaanii harka Filisxeemotaa jalaa ni deebifatan.
Israaʼelotaa fi Amoorota+ gidduus nagaan jira ture.
-