LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achittis Nefiliimota, jechuunis ilmaan Anaaq+ warra sanyii Nefiliim taʼan argineerra; ija keenyaanis taʼe ija isaaniitiin yeroo wal bira qabamnee ilaalamnu nuti isaaniif akka kuruphisaa ti.”

  • Keessa Deebii 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 (Eemiim+ warri saba guddaa, saba hedduu fi akka Anaaqiim dhedheeroo taʼan dur achi jiraatu turan.

  • Keessa Deebii 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Oog mootiin Baashaan namoota Refaayim keessaa isa dhumaa ture. Sireen* reeffaa isaa sibiila* irraa kan tolfame yeroo taʼu, hamma harʼaattis Raabaa ishii magaalaa Amoorotaa taate keessatti argama. Sireen sun akka safartuu baramaa taʼeetti dheerinni isaa dhundhuma* sagal, dalgi isaa immoo dhundhuma afur ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi