LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Namichi Ishbii Benoob jedhamuu fi sanyii Refaayim+ taʼe, eeboo sibiila diimaa sheeqilii 300*+ madaalu qabatee fi goraadee haaraa hidhate tokko Daawitiin ajjeesuu barbaade.

  • 2 Saamuʼel 21:20-22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ammas Gaatitti waraanni ni jalqabame; namichi akka malee guddaa taʼe, harka isaa lamaan irraa quba jaʼa jaʼa qabuu fi miila isaa lamaan irraa quba jaʼa jaʼa qabu, walumaa galatti quba 24 qabu tokko achi jira ture; inni sanyii Refaayim ture.+ 21 Inni Israaʼelotatti ni qoosa ture.+ Kanaafuu, Yonaataan ilmi Shimeʼii+ obboleessa Daawit isa ni ajjeese.

      22 Namoonni arfan kun namoota Gaat sanyii Refaayim turan; isaan harka Daawitii fi harka tajaajiltoota isaatiin ni kufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi