2 Saamuʼel 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroo kanatti Daawit Naataaniin, “Ani Yihowaa irratti cubbuu hojjedheera” jedhe.+ Naataanis deebisee Daawitiin akkana jedhe: “Yihowaanis cubbuu kee siif dhiisa.*+ Ati hin duutu.+
13 Yeroo kanatti Daawit Naataaniin, “Ani Yihowaa irratti cubbuu hojjedheera” jedhe.+ Naataanis deebisee Daawitiin akkana jedhe: “Yihowaanis cubbuu kee siif dhiisa.*+ Ati hin duutu.+