Faarfannaa 90:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa Yihowaa, deebiʼi!+ Kun hamma yoomiitti itti fufa?+ Tajaajiltoota keetiif garaa laafi.+