LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 32:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Warri Gibxii, ‘Inni asii kan isaan baase hammina isaan irratti yaadee ti. Gaarota irratti isaan ajjeesuu fi lafa irraa haxaaʼee isaan balleessuu barbaadee ti’ akka jedhan hoo maaliif goota?+ Aarii kee isa bobaʼaa irraa deebiʼi; murtoo saba kee irratti rakkina kana fiduuf gootes irra deebiʼii itti yaadi.*

  • Lakkoofsa 16:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isaanis adda isaaniitiin lafatti gombifamanii, “Waaqa hafuura nama* hundumaa kan taate yaa Waaqayyo,+ cubbuu nama tokkootiin kan kaʼe guutummaa yaaʼichaa irratti ni dheekkamtaa?”+ jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi