1 Seenaa Baraa 29:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni dhagoota gatii guddaa qaban qabu kam iyyuu mana qabeenyaa mana Yihowaa isa toʼannaa Yehiʼel+ Geershonichaa+ jala turetti ni kenne.
8 Namni dhagoota gatii guddaa qaban qabu kam iyyuu mana qabeenyaa mana Yihowaa isa toʼannaa Yehiʼel+ Geershonichaa+ jala turetti ni kenne.