2 Saamuʼel 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture.
23 Yoʼaab raayyaa waraanaa Israaʼel hundumaa irratti ajajaa ture;+ Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa+ immoo Kereetotaa fi Pheleetota+ irratti aangoo qaba ture.