2 Saamuʼel 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese. 2 Saamuʼel 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Abiʼezer+ Anaatoticha,+ Mebunaay Hushaaticha,
8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese.