Keessa Deebii 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+ 2 Mootota 14:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Achiis namoonni Yihudaa hundi Azaariyaa*+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe+ fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+ 22 Mootichi* abbootii isaa wajjin erga boqotee booda, inni Eelaatiin+ deebisee ijaaree Yihudaadhaaf ishii deebise.+ 2 Mootota 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yeroo sanatti Reezin mootiin Sooriyaa, Eelaatiin+ Edoomiif ni deebisiise; Yihudootas* Eelaat keessaa ni ariʼe. Edoomonnis Eelaatitti ni seenan; isaanis hamma harʼaatti ishii keessa jiraatu.
8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+ “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+
21 Achiis namoonni Yihudaa hundi Azaariyaa*+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe+ fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+ 22 Mootichi* abbootii isaa wajjin erga boqotee booda, inni Eelaatiin+ deebisee ijaaree Yihudaadhaaf ishii deebise.+
6 Yeroo sanatti Reezin mootiin Sooriyaa, Eelaatiin+ Edoomiif ni deebisiise; Yihudootas* Eelaat keessaa ni ariʼe. Edoomonnis Eelaatitti ni seenan; isaanis hamma harʼaatti ishii keessa jiraatu.