- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 Achiis Abiyaan abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis Magaalaa Daawit+ keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Aasaanis bakka isaa mootii taʼe. Bara isaatti biyyattiin waggaa kudhaniif boqonnaa argatte.
 
 -