LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, isin na dhagaʼuu yookiin ajajawwan koo kana hundumaa eeguu yoo diddan,+

  • Leewwota 26:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ani fuula koo isinitti nan gurraachessa; isinis diinota keessaniin ni moʼamtu;+ warri isin jibban isin irra ejjetu;+ isinis eenyu illee utuu isin hin ariʼin ni baqattu.+

  • Lakkoofsa 27:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Yihowaan inni Waaqa hafuura nama* hundumaa taʼe yaaʼicha irratti nama tokko haa muudu; 17 yaaʼiin Yihowaa akka hoolota tiksee hin qabnee akka hin taaneef, inni isaan duratti gad ni baʼa, olis ni seena, akkasumas isaan geggeessuudhaan gad isaan ni baasa, olis isaan ni galcha.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi