-
2 Seenaa Baraa 18:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Mootiin Israaʼelis Yoshaafaaxiin, “Karaa isaa Yihowaa gaafachuu kan dandeenyu namni hafe tokko jira;+ garuu inni yeroo hundumaa waaʼee koo wanta hamaa malee takkaa raajii gaarii taʼe waan hin dubbanneef ani isa nan jibba.+ Innis Mikaayaa ilma Yimlaa ti” jedhe. Yoshaafaax garuu, “Mootichi wanta akkanaa dubbachuu hin qabu” isaan jedhe.
-