LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Kana malees, Israaʼelonni humna* guddaa Yihowaan warra Gibxii rukutuuf itti fayyadame sana ni argan; sabichis Yihowaa sodaachuu, akkasumas Yihowaa irrattis taʼe tajaajilaa isaa Musee irratti amantii qabaachuu jalqabe.+

  • Baʼuu 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yihowaanis Museedhaan, “Yeroo ani sii wajjin dubbadhu sabichi akka dhagaʼuuf, akkasumas yeroo hundumaa si irrattis amantii akka qabaatuuf, kunoo, ani duumessa gurraacha keessa gara kee nan dhufa” jedhe. Achiis Museen wanta sabichi dubbate Yihowaatti hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi