1 Mootota 22:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Sana booda Yoshaafaax abbootii isaa wajjin ni boqote;+ Magaalaa abbaa isaa Daawit keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame; ilmi isaa Yooraamis+ bakka isaa mootii taʼe.
50 Sana booda Yoshaafaax abbootii isaa wajjin ni boqote;+ Magaalaa abbaa isaa Daawit keessattis abbootii isaa wajjin ni awwaalame; ilmi isaa Yooraamis+ bakka isaa mootii taʼe.