LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Aasaan abbootii isaa wajjin ni boqote;+ mootii taʼee waggaa 41ffaa isaattis ni duʼe. 14 Kanaafuu, isaan iddoo awwaalchaa ulfina qabeessa isa inni Magaalaa Daawit+ keessatti ofii isaatiif qochisiise keessatti isa awwaalan; siree reeffaa zayitii baalsaamii fi dibata wantoonni adda addaa walitti makamanii karaa adda taʼeen qopheeffameen guutame irra isa ciibsan.+ Kana malees, ulfina isaatiif ibidda guddaa ni bobeessan.*

  • Ermiyaas 34:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, yaa Zedeeqiyaa mootii Yihudaa, dubbii Yihowaa kana dhagaʼi: ‘Siin ilaalchisee Yihowaan akkana jedha: “Ati goraadeedhaan hin duutu. 5 Nagaadhaan ni duuta;+ isaan akkuma abbootii keetiif, jechuunis mootota bara durii warra si dura turaniif godhanitti ulfina keetiif ibidda ni bobeessu; ‘Wayyoo, yaa gooftaa keenyaa!’ jedhaniis siif ni booʼu; sababiin isaas, ‘Ani dubbii kana dubbadheera’ jedha Yihowaan”’”’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi