LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 26:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “Huccuuwwan dunkaanaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa irraa tolfaman kudhan irraa godoo qulqulluu+ naaf tolchi. Isaan irrattis fakkii kiruubelotaa+ ni dhoofta.+

  • 1 Mootota 6:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Guutummaa girgiddaa manichaa, jechuunis guutummaa girgiddaa kutaa manichaa isa duubaa fi isa fuulduraa* irratti fakkii kiruubelotaa,+ fakkii muka meexxii+ fi fakkii abaaboo+ ni boce.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi