-
Abbootii Murtii 11:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yeroo muraasa booda Amoononni Israaʼel irratti waraana banan.+
-
-
2 Saamuʼel 10:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo booda Amoononni Daawit biratti akka waan xiraaʼaatti ilaalamuu isaanii hubatan; kanaafuu, Amoononni ergamtoota erganii namoota Sooriyaa warra Beet Rehoobii+ fi warra Zoobaa+ keessaa loltoota lafoo 20,000, mootii Maʼaakaa+ namoota 1,000 wajjin, akkasumas Ishtoob* keessaa namoota 12,000 mindeeffatan.+
-