LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 16:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu Akaaz, “Ani tajaajilaa kee fi ilma kee ti. Kottuutii harka mootii Sooriyaa fi harka mootii Israaʼel warra na haleelaa jiran jalaa na oolchi” jedhee gara mootii Asoor Tiglaat Pileseeritti+ namoota erge. 8 Achiis Akaaz meetii fi warqii isa mana Yihowaa fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessa jiru fuudhee mootii Asooriif mattaʼaa erge.+

  • Isaayyaas 7:10-12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan akkana jedhee Akaazitti dubbachuu isaa itti fufe: 11 “Waaqa kee Yihowaa biraa mallattoo gaafadhu;+ innis akka Awwaalaatti* gad fagoo yookiin akka samiitti ol fagoo yoo taʼe illee sitti ni argisiisa.” 12 Akaaz garuu, “Ani hin gaafadhu, Yihowaas hin qoru” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi