- 
	                        
            
            1 Mootota 6:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
33 Balbala mana qulqullummaa* sanaaf, kutaa arfaffaatiif* akka kanaan muka gaattiraa irraa maqaaniiwwan ni hojjete. 34 Kana malees, muka birbirsaa irraa balbaloota lama ni hojjete. Balballi inni tokko saanqaawwan wiirtuuwwan irratti naannaʼan lama qaba ture; balballi inni kan biraanis saanqaawwan wiirtuuwwan irratti naannaʼan lama qaba ture.+
 
 -