- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 26:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 karaa bahaatiin Leewwonni jaʼa jiru turan; karaa kaabaatiin guyyaa guyyaadhaan eegdonni afur, karaa kibbaatiinis guyyaa guyyaadhaan eegdonni afur jiru turan; manneen kuusaa+ immoo lama lama taʼanii eegu turan;
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Seenaa Baraa 26:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Ilmaan Qorootaa fi Meraarotaa keessaa gareewwan karra eegdotaa kanneen kana turan.
 
 -