- 
	                        
            
            Izraa 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Waaqni inni maqaan isaa achi akka jiraatu godhes,+ mootiis taʼe saba ajaja kana cabsuu fi mana Waaqayyoo isa Yerusaalem keessatti argamu balleessuuf harka isaa kaasu kam iyyuu haa garagalchu. Ani Daariyos ajaja kana kenneera. Kunis hatattamaan haa raawwatamu.”
 
 -