- 
	                        
            
            Izraa 9:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Wantoonni kun akkuma raawwatamaniin, bulchitoonni gara koo dhufanii akkana naan jedhan: “Sabni Israaʼel, akkasumas luboonnii fi Leewwonni saboota biyyoota sanaa fi gochawwan jibbisiisoo+ Kanaʼaanonni, Heetonni, Pheriizonni, Yebuusonni, Amoononni, Moʼaabonni, Gibxoonnii+ fi Amooronni+ raawwatan irraa adda of hin baasne.
 
 -