1 Seenaa Baraa 9:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Karra eegdonni+ Shaalum, Aquub, Taalmoon, Ahimaan, akkasumas obboleessa isaanii Shaalum isa dura buʼaa taʼe turan; 18 inni hamma yeroo sanaatti karra mootichaa isa gara bahaa jiru bira ture.+ Kanneen kun karra eegdota buufatawwan Leewwotaa turan.
17 Karra eegdonni+ Shaalum, Aquub, Taalmoon, Ahimaan, akkasumas obboleessa isaanii Shaalum isa dura buʼaa taʼe turan; 18 inni hamma yeroo sanaatti karra mootichaa isa gara bahaa jiru bira ture.+ Kanneen kun karra eegdota buufatawwan Leewwotaa turan.