-
Baʼuu 21:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “Namni tokko intala isaa akka garbittiitti yoo gurgure; ishiin akkaataa garbichi tokko bilisa itti baʼutti bilisa hin baatu.
-
-
Keessa Deebii 15:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 “Obboloota kee keessaa dhiirri yookiin dubartiin Ibroota taʼan sitti gurguramanii waggaa jaʼaaf yoo si tajaajilan, waggaa torbaffaatti bilisa isaan baasuu qabda.+
-