- 
	                        
            
            Leewwota 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Ilmaan Aaron warri luboota taʼan iddoo aarsaa irratti ibidda haa qabsiisan;+ ibiddicha irrattis qoraan haa naqan.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 6:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Ibiddichi iddoo aarsaa irratti bobaʼuu isaa ittuma fufa. Dhaamuu hin qabu. Lubichis yeroo hundumaa ganama ganama achi irratti qoraan haa bobeessu;+ aarsaa gubamu sanas isa irratti tarree galchee haa naqu; coomni aarsaa gamtaa sunis achi irratti akka aaru haa godhu.+ 13 Yeroo hundumaa iddoo aarsaa irratti ibiddi ni bobaʼa. Dhaamuu hin qabu.
 
 -