- 
	                        
            
            Nahimiyaa 8:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+ 3 Innis addabaabayii isa Karra Bishaanii fuuldura jiru duratti ganama bariidhaa jalqabee hamma guyyaa walakkaatti dhiirotaaf, dubartootaa fi warra hubachuu dandaʼan hundumaatiif sagalee isaa ol kaasee achi irraa ni dubbise;+ uummatichis kitaaba Seerichaa xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffate.+
 
 -