- 
	                        
            
            Nahimiyaa 3:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
30 Isatti aansee ilma Shelemiyaa kan taʼe Hanaaniyaanii fi ilma jaʼaffaa Zaalaaf kan taʼe Hanuun kutaa isa kan biraa ni haaressan.
Isatti aansee Meshulaam+ ilmi Berekiyaa isa galma isaa fuuldura jiru ni haaresse.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Nahimiyaa 6:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Bara sanatti guguddoonni+ Yihudaa Xoobiyaadhaaf xalayaawwan hedduu ni ergu turan; Xoobiyaanis isaaniif deebii ni kenna ture. 18 Inni intala Shekaaniyaa ilma Araa+ fuudhee waan tureef, ilmi isaa Yehohaanaan immoo intala Meshulaam+ ilma Berekiyaa fuudhee waan tureef, namoonni Yihudaa hedduun amanamummaadhaan isa deggeruuf isaaf kakatanii turan.
 
 -