- 
	                        
            
            Iyyoob 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Yihowaanis Seexanaan, “Tajaajilaa koo Iyyoob hubattee ilaalteettaa?* Lafa irra namni akka isaa tokko iyyuu hin jiru. Inni nama qajeelaa fi amanamaa*+ dha; akkasumas nama Waaqa sodaatuu fi wanta hamaa taʼe irraa fagaatu dha. Ati sababa tokko malee akkan isa balleessu* na kakaasuuf kan yaalte taʼus,+ inni amma iyyuu amanamummaa isaa cimsee akkuma qabatetti jira”+ jedhe.
 
 -