- 
	                        
            
            Asteer 9:7-10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Kana malees isaan, Paarshaandaataa, Daalfoon, Asfaataa, 8 Poraataa, Adaaliyaa, Ariidaataa, 9 Paaraamaashtaa, Arisaay, Ariidaayii fi Waayizaataa, 10 jechuunis ilmaan Haamaan ilma Hamedaataa isa diina Yihudootaa+ taʼe sanaa kurnan ni ajjeesan. Erga isaan ajjeesanii booda garuu, boojuu tokko illee hin fudhanne.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hoseʼaa 9:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Efreem inni iddoo dheedichaa keessa dhaabame anaaf akkuma Xiirosi;+
Amma Efreem ilmaan isaa qalmaaf haa fidu.”
 
 -