Faarfannaa 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warri isa sodaatan Yihowaa wajjin michummaa cimaa qabu,+Innis kakuu isaa isaan beeksisa.+ Fakkeenya 3:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+
32 Sababiin isaas, Yihowaan nama jalʼaa ni jibba,+Warra qajeelota taʼanii wajjin garuu michummaa cimaa qaba.+