- 
	                        
            
            Iyyoob 7:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Yaa isa ilmaan namootaa toʼattuu,+ ani yoon cubbuu raawwadhe akkamittan si miidha?
Ati akeeka kee kan na godhatte maaliifi?
Ani baʼaa sitti taʼeeraa?
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Iyyoob 19:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Kan na dogoggorse Waaqayyo taʼuu isaa beekaa,
Inni saaphana isaa isa ittiin adamsuun na qabeera.
 
 -