Fakkeenya 1:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yeroo sanatti isaan irra deddeebiʼanii na waammatu, ani garuu deebii isaaniif hin kennu;Dhimmanii na barbaaddatu, garuu na hin argatan,+29 Sababiin isaas, isaan beekumsa jibbaniiru,+Yihowaa sodaachuus hin filanne.+ 1 Pheexiros 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+
28 Yeroo sanatti isaan irra deddeebiʼanii na waammatu, ani garuu deebii isaaniif hin kennu;Dhimmanii na barbaaddatu, garuu na hin argatan,+29 Sababiin isaas, isaan beekumsa jibbaniiru,+Yihowaa sodaachuus hin filanne.+
5 Haaluma wal fakkaatuun, isin dargaggoonni jaarsoliidhaaf bitamaa.+ Walitti dhufeenya walii wajjin qabdaniin hundi keessan gad of qabuu uffadhaa;* sababiin isaas, Waaqayyo warra of tuulan ni morma, warra gad of qabaniif garuu gaarummaa guddaa ni kenna.+