- 
	                        
            
            Baʼuu 19:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Sagaleen xurumbaa sanaa ittuma dabalaa yeroo deemutti Museen ni dubbata ture; sagaleen Waaqa dhugaas isaaf ni deebisa ture.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Mootota 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Inni garuu, “Baʼiitii Yihowaa dura gaaricha irra dhaabbadhu” isaan jedhe. Yeroo kanatti Yihowaan achiin darbaa+ ture; bubbeen guddaanii fi cimaan Yihowaa duratti gaarota babbaqaqsaa fi qarsaawwan caccabsaa ture;+ Yihowaan garuu bubbee sana keessa hin turre. Bubbee sana booda immoo kirkirri lafaa ni taʼe;+ Yihowaan garuu kirkira lafaa sana keessa hin turre.
 
 -