- 
	                        
            
            Baʼuu 9:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Cabbiin ni buʼe; cabbii sana gidduu immoo ifni ibiddaa jira ture. Cabbiin sun baayʼee ulfaataa ture; Gibxiin erga saba taatee jalqabees cabbiin akkanaa matumaa biyyattii irratti buʼee hin beeku.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 13:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Dheekkamsa kootiin obomboleettii cimaan akka dhufu, aarii kootiin bokkaa yandoon akka roobu, dheekkamsa koo isa badiisa geessisuunis cabbii guguddaan akka buʼu nan godha.
 
 -