LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 akkana jedhe:

      “Waaqa abbootii keenyaa kan taate yaa Yihowaa, ati samii keessatti Waaqa mitii?+ Mootummoota sabootaa hundumaa irrattis ol aantummaa qabda mitii?+ Aangoonii fi jabinni harka kee keessa jira; eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+

  • Daaniʼel 4:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+

  • Hojii Ergamootaa 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Maarree, Waaqayyo kennaa tolaa nu warra Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanneef kenne sana isaaniifis erga kennee, Waaqayyoon dhowwuu* kanan dandaʼu ani eenyu?”+

  • Roomaa 9:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaan kan kaʼes ati, “Erga akkas taʼee maaliif dogoggora nama irratti barbaada ree? Fedhii isaa eenyutu mormuu dandaʼa?” naan jetta taʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi