- 
	                        
            
            Maarqos 1:9-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Bara sanatti Yesuus Naazireet ishii Galiilaatti argamtu irraa dhufee Laga Yordaanositti Yohaannisiin cuuphame.+ 10 Akkuma bishaan keessaa ol baʼeenis samiiwwan utuu banamanii fi hafuurri qulqulluun akka gugeetti* utuu isa irra buʼuu+ arge. 11 Achiis sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.
 
 -