- 
	                        
            
            Baʼuu 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Kanaafuu, harka koo diriirsee hojiiwwan dinqisiisoo hundumaa ani ishii keessatti raawwadhuun Gibxii nan rukuta; sana booda inni isin gadhiisa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 4:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
34 Yookiin Waaqni keessan Yihowaan biyya Gibxii keessatti ijuma keessan duratti akka isiniif godhetti, murtiiwwaniin, mallattoowwaniin, dinqiiwwaniin,+ waraanaan,+ harka jabaadhaan,+ irree diriirfameen, akkasumas gochawwan sodaachisoo taʼaniin+ saboota kaan keessaa ofii isaatiif saba tokko fudhachuuf yaadee beekaa?
 
 -