- 
	                        
            
            Miikiyaas 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Ani cubbuu waanan isa irratti hojjedheef,+
Hamma inni dhimma koo irratti naaf falmuttii fi haqa naaf argamsiisutti
Dheekkamsa Yihowaa nan baadha.
Inni gara ifaatti na baasa;
Anis qajeelummaa isaa nan ilaala.
 
 -