- 
	                        
            
            Isaayyaas 63:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Akka gara laafina isaa fi akka jaalala isaa isa amanamaa isa guddaa taʼetti,
Wanta Yihowaan nuuf godhe hundumaatiif,+
Wantoota gaggaarii hedduu inni mana Israaʼeliif godheef,
Ani waaʼee gochawwan Yihowaa warra jaalala isaa isa amanamaa argisiisanii,
Waaʼee gochawwan Yihowaa warra jajamuu qaban sanaa nan dubbadha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faaruu Ermiyaas 3:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Inni gadda kan geessise taʼus, akka jaalala isaa isa amanamaa isa hedduu taʼetti gara laafinas ni argisiisa.+
 
 -