Iyyoob 28:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+ Fakkeenya 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+ Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+ Lallaba 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+
28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+
13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+