Faarfannaa 19:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yihowaa sodaachuun+ taliila,* bara baraaf jiraata. Murtiiwwan Yihowaa dhugaa dha, guutummaatti qajeeloo dha.+ Faarfannaa 119:75 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 75 Yaa Yihowaa, murtiiwwan kee qajeeloo akka taʼan,+Amanamummaa keetiinis akka na cunqursite nan beeka.+
9 Yihowaa sodaachuun+ taliila,* bara baraaf jiraata. Murtiiwwan Yihowaa dhugaa dha, guutummaatti qajeeloo dha.+
75 Yaa Yihowaa, murtiiwwan kee qajeeloo akka taʼan,+Amanamummaa keetiinis akka na cunqursite nan beeka.+