- 
	                        
            
            Luqaas 10:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 “Kana malees, magaalaa itti seentan kamitti iyyuu yeroo isin simatan, wanta isiniif dhihaate nyaadhaa; 9 dhukkubsattoota achi jiran fayyisaa; akkasumas, ‘Mootummaan Waaqayyoo isinitti dhihaateera’+ jedhaa isaanitti himaa.
 
 -