Faarfannaa 22:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Garraamonni ni nyaatu, ni quufus;+Warri Yihowaa barbaaddatan isa jajatu.+ Bara baraaf gammachuudhaan jiraadhaa.* Faarfannaa 31:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gaarummaan kee akkam baayʼee dha!+ Ati warra si sodaataniif isa keesseetta;+Warra sitti kooluu galaniif jettees, gaarummaa kee namoota hundumaa duratti argisiisteetta.+
26 Garraamonni ni nyaatu, ni quufus;+Warri Yihowaa barbaaddatan isa jajatu.+ Bara baraaf gammachuudhaan jiraadhaa.*
19 Gaarummaan kee akkam baayʼee dha!+ Ati warra si sodaataniif isa keesseetta;+Warra sitti kooluu galaniif jettees, gaarummaa kee namoota hundumaa duratti argisiisteetta.+